ST. PAUL – Abbootiin qabeenyaa manaa fi kireeffattoonni obomboleettii fi lolaa hamaa waxabbajji 16 -bitottessa 4 isaan mudateen qabeenya isaanii irratti miidhaa irra gahe gargaarsa balaa federaalaa gaafachuuf yeroo dabalataa qabu.
Press Releases
ST. PAUL –jirattonni minissotta gargaarsaa federalaaa $ milii'onaa 15nii ol obomboleettii fi lolaa ganna irraa dandamachuuf duraanuu hayyamameeraaf kunis deeggarsa FEMA doolaara miiliyoona 11.3 ol fi akkasumas liqii balaa yeroo dheeraa fi dhala xiqqaa doolaara miiliyoona 4.8 ol ta’u argatee bulchinsaa daldalaa xixiqqa U.S irra argatee.
ST. PAUL –Martini fii Murrayif erga obomboleettii hamaa fi lolaa hamaa waxabajjii16 – bitottessa 4 booda gargarsii dhunfaa hayyamameraaf
ST. PAUL – FEMA/State Disaster Recovery Centers Jimaata, Adoolessa 13 hanga Jimaata, Adoolessa 27, 2024, magaalota Waseca fi Windom keessatti banamee jiraattonni obomboleettii fi lolaa hamaa waxaabajji 16 – bitittessa 4 booda gargarsa argachuu akka jalqaban gargaara.
ST. PAUL – yoo jiraataa minissotta taatee lolaa waxabbajji 16_botootessa 4 irra daandaamachaa jirta ta'e,mana kee lolaa garaa fulduraa irra daandamachuuf tarkaanfiwwan barbachisoo fidhachuu yaali.
ST. PAUL – Obomboleettii fi lolaa Waxabajjii 16 – Adoolessa 4 hordofuun labsii balaa guddaa Minnesota keessatti gargaarsi dhuunfaa federaalaa erga dabalamee ji’a tokko booda, gargaarsi federaalaa gara miliyoona $10 FEMA fi U.S. U.S. Small Business Administration (SBA) irraa balaa irraa dandamachuu akka deeggaruuf kennameera.
ST. PAUL – Lammiileen Minnesota gargaarsa federaalaaf iyyatan FEMA hordofuu fi iyyata isaanii fuulduratti tarkaanfachiisuuf odeeffannoo ykn sanadoota dabalataa kennuu isaan barbaachisuu danda’a. Warri ammallee obomboleettii fi lolaa Waxabajjii 16 – Adoolessa 4 booda dandamachuuf gargaarsa barbaadanii fi ammallee iyyata hin galchine, ammallee yeroo qabu.
ST. PAUL – Lammiileen Minnesota gargaarsa federaalaaf iyyatan FEMA hordofuu fi iyyata isaanii fuulduratti tarkaanfachiisuuf odeeffannoo ykn sanadoota dabalataa kennuu isaan barbaachisuu danda’a. Warri ammallee obomboleettii fi lolaa Waxabajjii 16 – Adoolessa 4 booda dandamachuuf gargaarsa barbaadanii fi ammallee iyyata hin galchine, ammallee yeroo qabu.
ST. PAUL – FEMA n namoota obomboleettii hamaa fi lolaa Waxabajjii 16 – Adoolessa 4 mudateen miidhamaniif gargaarsa adda addaa kennaa jira. Abbootii qabeenyaa manaa fi kireeffattoonni manaa kaawuntii Blue Earth, Cook, Cottonwood, Faribault, Freeborn, Goodhue, Itasca, Jackson, Lake, Le Sueur, Mower, Nicollet, Nobles, Race, Rock, St. Louis, Steele, Waseca, fi Watonwan keessa jiraatan miidhaan irra ga’e akka iyyatan ni jajjabeeffamu.