Gargaarsa dabalaataa kawuntii minisotta FEMAf Raggaasifame

Release Date Release Number
DR-4797-MN NR-17
Release Date:
September 13, 2024

ST. PAULMartini fii Murrayif erga obomboleettii hamaa fi lolaa hamaa waxabajjii16 – bitottessa 4 booda gargarsii dhunfaa hayyamameraaf 

Abba qabenyaa manafii kireefattitaa Martinii fi Murray countiin amma gargarsaa balaaa FEMAdhaf iyyachu ni dandaú. Jalqaba irratti, caauntiin 19n gargarsii dhunfaa FEMAayyemameraf.

onlinii irratti femadhaf iyyachuuf kana ilalii DisasterAssistance.gov, kana fayadami FEMA App lakkofsa bilbilaa kanan bilbili 800-621-3362. Yoo tajaajila rileey kan akka viidiyoo rileey (video relay), tajaajila kapshinid telefoonii yookiin tajaajila biroo fayyadamtan, lakkoofsa bilbilaa keessan FEMA'f kennaa.

Giddu galli gargarsaa ittisa bala  namoonni lubbuun hafan gargaarsa balaa federaalaa akka iyyatan, sanadoota akka galchatan, gaaffii isaanii qaamaan deebii akka argatan, gargaarsa biroo  akka argatan fi qabeenyi isaanii balaa akka dandamatu gochuuf mala akka baratan gargaaruuf banaadha.

Giddu-galli Balaa Irra Deebi’anii Dhaabuu bakka: 

Cottonwood County: gamoon wajjiraa Cottonwood County  41385 U.S. Highway 71, Windom, MN 56101

Le Sueur County:  Waterville City Hall 200 3rd Street South, Waterville, MN 56096

St. Louis County:  Kutaa lenjii mna mottumma St. Louis County 7823 Highway 135, Virginia, MN 55792

Waseca County: Waseca Giddugala Nageenya Uummataa 303 S. State St., Waseca, MN 56093

Yeroo hojii: wixataa. - jiimaata ganama 9 a.m. – 6:30 p.m., sanbataa xiqqa ganama. 9 a.m. – 4 p.m. sanbata gudda cufaadha 

Odeeffannoo dabalataa waa’ee hojii balaa irraa dandamachiisuu Minnesota argachuuf www.fema.gov/disaster/4797 daawwadhaa.

Tags:
Last updated