Giddu-galli Balaa Irra Dandamachuu Waseca fi Windom

Release Date Release Number
DR-4797-MN NR-16
Release Date:
September 12, 2024

ST. PAUL – FEMA/State Disaster Recovery Centers Jimaata, Adoolessa 13 hanga Jimaata, Adoolessa 27, 2024, magaalota Waseca fi Windom keessatti banamee jiraattonni obomboleettii fi lolaa hamaa waxaabajji 16 – bitittessa 4 booda gargarsa argachuu akka jalqaban gargaara.

Ogeeyyiin FEMA, bulchiinsa Minnesota fi Bulchiinsa Daldala Xixiqqaa U.S. irraa namoota lubbuun hafan gargaarsa balaa federaalaa akka iyyatan, sanadoota olkaa’an, gaaffii isaanii qaamaan deebii akka argatan, gosoota gargaarsa biroo jiraachuu danda’an akka argatan fi karaalee akka baratan gargaaruuf wiirtuuwwan kana irratti ni argamu qabeenyi isaanii balaa akka dandamatu gochuuf.

Giddu galessonni gutta fii saátii kannattii bakka kana banaa ni taú:

Gmoo mottumma Cottonwood County  41385 U.S. Hwy 71, Windom, MN 56101, sa;atii: wixataa. – jimaataganama . 9 – 6:30 p.m.Sat. 9 a.m. – 4 p.m. dilbata cufaa dha

Waseca Giddugala Nageenya Uummataa 303 S. State St., Waseca, MN 56093, Hours: wixata. – jiimata ganama 
9 a.m. – 6:30 p.m., sanbata ganama. 9 a.m. – 4 p.m. dilbataa cufaadha

Giddu-galli kunneen Jimaata Adoolessa 27, 2024 guuttumma guututti ni cufamu.

Giddu-galli dabalataa guutuu bulchiinsaatti banaadha. Giddugala isinitti dhihoo jiru argachuuf FEMA.gov/DRC daawwadhaa. Namoonni lubbuun hafan gargaarsa argachuuf wiirtuu kamiyyuu daawwachuu ni danda’u.

Namoonni balaa irraa hafan kanneen hanga ammaatti gargaarsa FEMA hin iyyanne toora interneetii irratti iyyachuu qabu DisasterAssistance.gov, kana fayyadama FEMA App bilbila kessan irratti, kana ilaalaadhabbata ittisa balaa ykn kanan bilbilaa800-621-3362. Yoo tajaajila rileey kan akka viidiyoo rileey (video relay), tajaajila kapshinid telefoonii yookiin tajaajila biroo fayyadamtan, lakkoofsa bilbilaa keessan FEMA'f kennaa.

Guyyan xumuuraa iyyanno kan FEMAf erguu caamsaa 27, 2024. Odeeffannoo dabalataa waa’ee hojii balaa irraa dandamachiisuu Minnesota argachuuf www.fema.gov/disaster/4797 daawwadhaa

Tags:
Last updated