Balaan erga mudatee booda fayyaa miiraa fi hafuuraa koo kunuunsuun barbaachisaadhaa?

Balaa mudate irraa utuu dandamachaa jirtuu, ofii ykn maatiinkee miiraan rakkachaa jiraachuu dandeessa. Miirri kun waanuma jiruu fi qaama adeemsa fayyinaa ti. Yoom gargaarsa miiraa ykn hafuuraa barbaaduu akka qabdan beekuun barbaachisaadha.

Last updated