Gargaarsa Supha Manaa argachuuf ulaagaa guutuuf sanada kennuu na barbaachisa?
Gargaarsa Suphaa Manaa argachuuf ulaagaa guutuuf, FEMA yeroo balaan sun mana jireenyaa kee isa jalqabaa ta’ee mana kee akka qabduu fi keessa jiraachuu kee mirkaneessuu danda’uu qaba.
FEMA typically verifies homeownership and occupancy through an automated public records search conducted at the time of registration. FEMA odeeffannoo kana karaa barbaacha galmee ofumaan ykn mala birootiin mirkaneessuu yoo dadhabe, abbummaa fi haala qabannaa kee mirkaneessuuf sanada akka dhiheessitu si gaafatamuu danda’a.
Akka seeraatti FEMAn faayidaa inshuraansiitiin kennamu dachaa gochuu hin danda’u. Yoo inshuraansii hojiirra jiru qabaatte, Gargaarsa Suphaa Manaatiif osoo hin ilaalamin dura qubsuma inshuraansii ykn dhorkuu kee FEMAtti dhiyeessu qabda.