FEMA meeshaalee fi odeeffannoo yeroo baay’ee itti fayyadamtan walitti qabuun akka wal qunnamtanii fi adeemsa fayyinaa akka jalqabdan isin gargaara.
Meeshaalee Walqunnamtii
Odeeffannoo afaanota Ingiliffaatiin alatti waa’ee sagantaalee gargaarsa balaa, qophii balaa tasaa, hojiiwwan deebii kennuu fi fayyisuu, fi inshuraansii lolaa argachuu.

Meeshaalee Ittiin Fayyuun Jalqabamu
Gaaffiiwwan yeroo baayyee gaafataman waa’ee gargaarsa balaa, gaaddisa hatattamaa, inshuraansii lolaa fi kkf deebii argadhu.
Yeroo rakkina guddaa isaaniitti lammiilee Amerikaa akkamitti akka deeggaran baradhu.
Oduu akka hin babal'anneef akkamitti gahee kee akka ba'uu fi akkaataa gowwoomsaa adda baasuu dandeessu baradhu.
Qajeelfama qabeenya maatii keessanii balaa irraa akka deebifattan isin gargaaru argadhaa.
Yoo balaa booda gargaarsa maallaqaa barbaaddan, fuula gargaarsa balaa FEMA daawwadhaa.