Yeroon akkaawuntii koo saaguuf yaalu maaliif dogongorri natti mul'ata?

Akkaawuntii toora interneetii hundeessuun dura eenyummaa kee mirkaneessuuf gaaffilee nageenyaa afur deebisuu qabda. Gaaffiiwwan kunniin ragaa galmee ummataa keessatti argamu irraa kan dhufanidha.

Last updated