Gargaarsa sochii fi kuusaa eenyutu ulaagaa guuta?

Yoo manni keessan sababa balaa sanaan jiraachuu hin dandeenyee fi qabeenya dhuunfaa keessan miidhaa dabalataa irraa eeguuf gara mana biraa ykn bakka kuusaatti jijjiiruu qabdan ta’e, FEMA baasii sochii fi/ykn kuusaa keessan uwwisuuf gargaaruu danda’a.

Last updated