Gargaarsa kunuunsa daa’immanii argachuuf eenyutu ulaagaa guuta?

FEMAn baasii kunuunsa daa’immanii haaraa ykn dabale kan balaatiin dhufu maatii ulaagaa guutuu qabuuf kanneen armaan gadii waliin furuuf gargaarsa maallaqaa kennuu ni danda’a:

  • Daa’imman umuriin isaanii waggaa 13 fi isaa gadi; fi/ykn
  • Daa’imman hanga waggaa 21 qaama miidhamtoota ta’an, akka seera Federaalaatiin ibsametti.

Last updated