Gargaarsa yaalaa fi ilkaan balaa wajjin walqabatee eenyutu argachuu danda’a?
Iyyattoota baasii yaalaa ykn ilkaan balaa irraan kan ka’e inshuraansii hin qabne ykn inshuraansii gadi aanaa qaban. Ulaagaa guutuu kan dandeessu yoo:
- Baasii yaalaa ykn ilkaan keessanii kallattiin bu’aa balaa sanaa ture.
- Baasii yaalaa ykn ilkaanif inshuraansii hin qabdu ykn inshuraansii gadi aanaa qabda.
*Baasii inshuraansii ykn maddoota birootiin haguugame deebii FEMA argachuuf ulaagaa hin guutu