Nagahee baasii mana jireenyaa koo eessatti ol kaa’uu danda’a?
Iyyattoonni nagahee isaanii toora interneetii irratti gara herrega DisasterAssistance.gov isaaniitti ol kaa’uu ni danda’u. Sanadoonni hundi lakkoofsa galmee fi balaa hammachuu qabu. Qajeelfama akkaataa sanadoota keessan olkaa'uu dandeessan buufadhaa. Odeeffannoon kun afaanota hedduudhaan ni argama.
Namoonni lubbuun hafan karaa poostaa istaandaardii: P.O. Box 10055, Attn: FEMA Hyattsville, MD 20782-8055
Yookiin Faaksii 1-800-827-8112 (Waraqaa haguugduu barbaachisa) erguu danda'u