Balaa booda nyaataa fi bishaan qulqulluu eessaa argachuu danda’a?

Balaa booda nyaataa fi bishaan nageenya qabu argachuuf:

  • Yoo jiraate, Giddugala Balaa Deebisuu FEMA (DRC) daawwadhaa. DRC isa dhiyoo jiru argachuuf,  DRC Locator fayyadami.  
  • Tajaajila naannoo keessaniif 211 kutaa biyyaa keessanii ykn naannoo keessanii bilbilaa ykn gara  211.org deemaa
  •  Baankii Nyaataa naannoo keessan jiru barbaadaa.

Last updated