Gargaarsi Gaaddisa Ce’umsaa (TSA) maali?

Gargaarsi Gaaddisa Ce’umsaa (TSA) sagantaa FEMA kan yeroo filannoowwan mana jireenyaa biroo hin jirretti iyyattoota ulaagaa guutaniif yeroodhaaf, yeroo gabaabaaf bakka jireenyaa hayyamuudha.

Last updated