Baasii yaalaa fi ilkaan ulaagaa guutuu qabu maaltu ulaagaa guuta?

Baasii yaalaa ykn ilkaan ulaagaa guutuu qabu bu’aa balaa sanaa ta’uu qaba. Baasii ulaagaa guutuu qabu:

  • Miidhaa ykn dhukkuba balaa sanaan dhufu
  • Miidhaa, qaama miidhamummaa ykn haala fayyaa duraan ture kan balaa sanaan hammaate.
  • Qoricha ajajame bakka buusuu.
  • Meeshaalee yaalaa/ilkaan ykn konkolaataa fooyya’ee yaala barbaadamu dhabuu ykn miidhamuu.
  • Beeylada tajaajilaa dhabuu ykn miidhamuu.

Last updated