Adeemsa iyyannoo keessatti gaaffiin akkamii na gaafata?

Gaaffiin kanneen armaan gadii ilaalchisee isin gaafatamu:

  • Haala lammummaa
  • Uwwisa inshuraansii
  • Miidhaa ykn kasaaraa balaa
  • Galii maatii keessanii
  • Teessoo qabeenya miidhame
  • Maqaa namoota yeroo balaan kun mudate mana sana keessa jiraatan
  • Odeeffannoo herregaa, yoo maallaqa keessan karaa kallattiin kuufama argachuu barbaaddan

Last updated