Murtee FEMA irratti yoo walii hin galle hoo?

Murtii gargaarsa balaa argachuuf ulaagaa guutuu qabdu irratti yoo walii hin galle, ol’iyyannoo dhiheessuuf mirga qabda. Jalqaba irratti FEMA odeeffannoo sirrii fi/ykn guutuu waan hin kenneef dhorkamtee ta’uu danda’a.

Last updated