Yeroo tokkoo ol gargaarsa yoon iyyadhe maaltu ta’a?

Adeemsa gargaarsa balaa irra deebiin hin dhiyeessinaa ykn iyyata haaraa hin uuminaa. Balaa tokkoof iyyannoo tokkoo ol dhiyeessuun harkifannaa ni fida. Haala iyyata keetii ilaaluu ykn xalayaa FEMA kamiyyuu dubbisuu kan dandeessu herrega  DisasterAssistance.gov  kee argachuudhaan ykn Sarara Gargaarsa FEMA 800-621-3362 bilbiluun.

Last updated