Baasii akkamii gargaarsa sochii fi kuusaa argachuuf ulaagaa guutuu qaba?

Gargaarsi sochii fi kuusaa kanneen armaan gadiitiif kennamuu ni danda’a:

  • Baasii humna namaa sochoosu daldalaaf
  • Kaffaltii kiraa konkolaataa fe'umsaa
  • Boba'aa konkolaataa kireeffachuuf
  • Baasii teeppii fi saanduqa
  • Kaffaltii yuunitii kuusaa daldalaa, ofumaan kuusaa dabalatee
  • Gibira gurgurtaa walqabatee

Last updated