Yeroon iyyadhu odeeffannoo bu’uuraa akkamii na barbaachisa?
Gargaarsa FEMA iyyachuuf, kanneen kee dhiyeessuu si barbaachisa:
- Teessoo kee koodii ziip waliin
- Haala mana keessan miidhame, yoo beekame
- Odeeffannoo inshuraansii, yoo jiraate
- Lakkoofsa Wabii Hawaasummaa
- Lakkoofsa bilbilaa bakka itti qunnamuu dandeessan
- Teessoo beeksisa elektirooniksii argachuuf teessoo poostaa ykn imeelii argachuu dandeessan
- Galii waggaa maatii
- Odeeffannoo herregaa, gargaarsi keessan karaa kallattiin akka kennamu yoo barbaaddan
Last updated