Sa’aatiin hojii DRC yoom yoomidha?
Sa’aatiin hojii Giddugala Balaa Deebisuu FEMA (DRCs) bakka adda addaatti garaagarummaa qaba. Maaloo DRC Locator daawwadhaa, sa’aatii, tajaajila, fi bakka DRC naannoo keessanii akka argattan isin gargaaruuf.
FEMA.gov is being updated to comply with President Trump's Executive Orders. Thank you for your patience and understanding.