Bishaan qulqulluun yoo na jalaa dhume maddi bishaanii hatattamaa maali?

Maddoonni bishaan hatattamaa tokko tokko:

  • Bishaan taankii bishaan hoo’isaa keessanii (kutaa sirna bishaan dhugaatii keessanii malee sirna hoo’isaa mana keessanii miti) .
  • Bubbee baqfame bishaan hin faalamneen hojjetame
  • Dhangala’aa kuduraa fi muduraa qaruuraa irraa argamu

Last updated