Rumor: Yoo ani mana jireenyaa koo isa jalqabaa irraa buqqa’e FEMA baasii mana jireenyaa koo naaf deebisuu danda’a ta’a.

Fact

FEMA baasii mana jireenyaa  kiisha keessaa bahu kan faayidaa inshuraansiitiin hin haguugamneef kaffaluu danda’a. Bakki jireenyaa jiraataa balaa booda keessa jiraachuuf kan hin mijanne ykn kan hin dhaqqabamne ta'uu qaba.

Iyyata gargaarsa balaa keessanii wajjin galmeessuu akka dandeessaniif koppii nagahee keessanii qabadhaa.

Last updated