Rumor: Baasii mana jireenyaa koo isa ulaagaa guutuu qabuuf hatattamaan kaffaltii deebii nan argadha.

Fact

Kuni dhugaa miti. Gaaffiiwwan namaan tokko tokkoon waan ilaalamanif akkaataan kaffaltiin itti isiniif raawwatamu garaagara ta'uu danda'a. Fakkeenyaaf, balaa guddaa iyyattoota hedduu mudatuuf nagaheef kaffaluun yeroo dheeraa fudhachuu danda’a.

Last updated