Rumor: FEMA hoteela kootiif yoo ani 1-800-621-3362 irratti bilbile ni kaffala.

Fact

Lakkoofsa wayii irratti bilbiluun gargaarsa kaffaltii kutaa hoteelaa FEMA irraa gaafachuu hin dandeessan.

Haa ta’u malee, FEMA baasii mana jireenyaa namoota dhuunfaa fi maatii ulaagaa guutaniif deebisuu ni danda’a. Gargaarsa kana fayyadamuu akka dandeessan ilaaluuf,  DisasterAssistance.gov irratti iyyadhaa.

Last updated