Rumor: Inspeekshiniif ykn gargaarsa gaafachuuf maallaqa nama baasisa.

Fact

Kuni dhugaa miti. FEMA gargaarsaaf iyyachuuf ykn sakatta’iinsa argachuuf kaffaltii akka kaffaltan gonkumaa isin hin gaafatu. 

Yoo odeeffannoo hannaa, qisaasamaa ykn miidhaa qabaattan sarara bilbilaa FEMA Disaster Fraud Hotline 866-720-5721 irratti bilbiluun maqaa keessan osoo hin himiin gabaasuu dandeessu. Akkasumas StopFEMAfraud@fema.dhs.gov irratti iimeelii erguu dandeessu.

Last updated