Rumor: Namoota kaan irra miidhaan guddaa waan qaqqabeef, gargaarsa dabalataa waan barbaadaniif ani gargaarsaaf iyyachuu hin danda’u.
Fact
Kuni dhugaa miti. Maallaqni FEMA namoota ulaagaa guutuu qaban kanneen sababa balaatiin kasaaraan isaan mudate hunda gargaaruuf ni oola.
Last updated