Rumor: Xalayaan FEMA irraa akka naaf hin hayyamamne ibsu na qaqqabuun isaa gargaarsa tokkollee hin argadhu jechuudha.
Fact
Haalota Irratti hundaa'a. Xalayaan iyyanni keessan “hin raggaasifamne” ykn “guutuu miti” jedhu yeroo isin qaqqabu haala iyyata keessanii toora interneetiin ilaaluu dandeessu ykn odeeffannoo dabalataaf Sarara Gargaarsa FEMA, 800-621-3362 iratti bilbiluu dandeessu.
Xalayaan kun odeeffannoon dabalataa ni barbaachisa jechuu ta’uu danda’a, ykn gargaarsi balaa FEMA osoo hin kennamin dura gaaffiin inshuraansii keessan xumuramuu qaba jechuu danda’a.