Rumor: Yoon inshuraansii qabaadhe baasiin mana jireenyaa naaf deebifamuu hin danda’u.

Fact

Haalota Irratti hundaa'a. Akka seeraatti FEMA faayidaa inshuraansiin uwwifame irra deebiin hin uwwisu. Inshuraansiin yeroo balaa baasii mana jireenyaa guutuu kan hin haguugne yoo ta’e, ammallee kaffaltiin isiniif raawwatamuu danda'a.

Last updated