Rumor: Inshuraansiin nama mana natti kireessee inshuraansii lolaa dabalata.
Fact
Kuni dhugaa miti. Imaammattoonni inshuraansii abbaa manaa akka idileetti miidhaa lolaa hin haguugu. Inshuraansiin lolaa akkaataa idileetti imaammata addaati.
Inshuraansii lolaa bitachuuf ykn caalaatti baruuf fuula National Flood Insurance Program daawwadhaa.