Rumor: Yoo FEMA irraa deeggarsa argattaniittu ta'e Wabii Hawaasummaa irraa maallaqa xiqqaa argattu.

Fact

Kuni dhugaa miti. Gargaarsi FEMA gibira kan nama hin kaffalchiifne yoo ta’u, ulaagaa Wabii Hawaasummaa, Medicaid ykn faayidaa federaalaa biroo argachuuf qabdan irratti dhiibbaa hin geessisu.

Last updated