Rumor: Gargaarsa balaa FEMA irraa argachuu yoon danda’e inshuraansiin lolaa na hin barbaachisu.
Fact
Kuni dhugaa miti. Imaammanni inshuraansii lolaa yeroo taateewwan lolaa adda addaa isin gargaara. Gargaarsi balaa FEMA kan kennamu yeroo balaan federaalaa pirezidaantiin labsame qofa. Dabalataanis, gargaarsi FEMA kennu yeroo hunda kasaaraa hunda uwwisuuf gahaa miti.
Odeeffannoo dabalataaf fuula National Flood Insurance Program daawwadhaa.