Rumor: Namoonni lubbuun hafan yoo inshuraansii qabaatan iyyachuu hin danda’an.
Fact
Kuni dhugaa miti. Yoo inshuraansii qabaattan gargaarsa FEMA iyyachuu dandeessu garuu immoo gaaffii inshuraansiis galmeessuun dirqama. FEMA baasii inshuraansii keessan uwwisuu danda’u hanga qubsuma inshuraansii ykn dhorkuu keessan nuuf ergitanitti gargaaruu hin danda’u, garuu FEMA kasaaraa biroo inshuraansiin hin haguugne irratti isin gargaaruu danda’a. Inshuraansiin kaffaltii baasii balaa wajjin walqabatee bahu guutuu kan hin haguugne yoo ta’ee fi qubsumni keessan maallaqa guddaa FEMA kasaaraa sanaaf kennuu danda’u gadi yoo ta’e, gargaarsa FEMA argachuuf ulaagaa guutuu dandeessu.
Odeeffannoo dabalataaf fuula FAQ daawwadhaa.