Boolli koo bishaan lolaadhaan faalameera; FEMA na gargaaruu danda'aa?
FEMAn faalama boolla bishaanii qulqulleessuuf gargaarsa kennuu danda’a ta’a. Kutaa fayyaa naannoo keessanii qunnamuu dandeessu ykn ragaa faalama sanaa argachuu fi gargaarsa maallaqaa akka ilaalamuuf FEMAtti dhiyeessuu dandeessu.