Gargaarsa balaaf FEMAtti iyyadheera. Mana jireenyaa yeroof irra deebi’ee iyyachuun na barbaachisa?

Lakki FEMA iyyata kee ilaalee Gargaarsa Mana Jireenyaa Yeroo argachuuf ulaagaa guutuu kee ni murteessa.  Yoo waa’ee gosoota gargaarsaa adda ta’e gaaffii qabaattan, Sarara Gargaarsaa FEMA’s 800-621-3362 qunnamuu dandeessu.

Last updated