Akkamittan iyyannoo koo gara FEMAtti erga?

Xalayaa ol’iyyannoo fi sanada mallattaa’e olkaa’uu, faksii ykn poostaadhaan erguu dandeessa.

Qajeelfamni akkaataa ol’iyyannoo kee itti ergitu xalayaa murtii kee irratti argamuu danda’a. Ol’iyyannoo bilbilaan adeemsifamuu hin danda’u.

Last updated