Naannoon koo gargaarsa argachuuf ulaagaa guutuu qabaachuu isaa akkamittan beeka?

Labsiin balaa kun naannoowwan kamtu gargaarsa Federaalaa argachuuf ulaagaa guutuu akka qabu ibsa. Naannoo keessan labsamee jiraachuu isaa ilaaluuf:

  1.  DisasterAssistance.gov daawwadhaa.
  2. Magaalaa ykn koodii ziip kee  sanduuqa ilaalchaa keessa galchi.
  3. Kaawuntii/waldaa kee “kaawuntii labsame” jalatti barbaadi.

Iyyanni gargaarsa balaa FEMA akkaataa idileetti guyyaa labsiin balaa irraa eegalee guyyoota 60f fudhatama, garuu yeroon xumuraa iyyannoo balaa tokko tokko keessatti daran dheerachuu danda’a.

Last updated