Akkamittan tola ooltummaa ykn arjooma gochuu dandaʼa? Gargaaruun barbaada!
Maallaqni namoota balaa irraa hafan gargaaruuf karaa hunda caaludha. Buusiin maallaqaa dhaabbati tola ooltummaa kun fedhii hatattamaa dafee akka furuuf isa dandeessisa. Yoo tola ooltummaa barbaadde, Dhaabbilee Tola Ooltummaa Biyyaalessaa Balaa Keessatti Socho’an daawwachuudhaan dhaabbilee amanamoo naannoo balaan kun itti dhaqqabe keessatti socho’an argachuu dandeessa.
Akkaataa itti gargaaruu dandeessan odeeffannoo dabalataaf, fuula Tola Ooltummaa fi Arjooma keenya daawwadhaa.