Gargaarsa yaalaa fi/ykn ilkaan balaa wajjin walqabatee yeroon iyyadhu sanada kennuu na barbaachisa?

Eeyyee. Kanneen armaan gadii dhiyeessuu si barbaachisa:

  • Qubsuma inshuraansii ykn xalayaa haaluu ykn ibsa barreeffamaa fi mallattaa’ee inshuraansii yaalaa ykn ilkaan akka hin qabne ibsu.
  • Ragaa baasii bu’aa balaa sanaa ta’uu isaa (kan akka ibsa yaalaa fi kkf).
  • Kaffaltii meeshaa, nagahee ykn tilmaama baasii yaalaa ykn ilkaan agarsiisu

Last updated